World Report 2020: Ethiopia | Human Rights Watch
Source: https://www.hrw.org/world-report/2020/country-chapters/ethiopia Itoophiyaa Events of 2019 Afaan Oromootiin Lakkaawwiin ummataa kan biyoolessaa wal-falmisiisaa garuu kan yeroon isaa darbe filannoo bara 2020 raawwachuuf karoorfameef haalan akka barbaachisu otoo beekamuu ji'a waxabajjii keessa paarlaamaan biyyattii lakkawwii ummataa kana dabarsuuf murteesseera. Riiformiin dhaabbilee keessumaa kan akka bilisummaa mana murtiifi tarkaanfiileen murteessoon akka haqa, araaraafi itti gaafatamummaa mirkaneessuu siyaasafi...
