Related Posts

3 Comments

  1. Afaan Oromoo tiin maxxansiin keessan osoo gaggeeffamee gaarii dha. Dhaaloonni ammaa kanneen afaan biraa hinbeekinne hin dubbisan.

  2. Hojii gaariidha, ammamoo qe’ee keenya keessatti caalee. Dhaabbileen siyyaasaa Oromoo ofiin jedhan, OPDO durii PP ammaa, guyyaa tokkoollee waa’ee gootota Oromoo bara adda addaa Impaayeerri itiyoophiyaa fixee fi fixaa jiru yaadatani hinbeekan.

    Garuu bu’aa qabsoo isaaniitiin diina jala fiiguun qabeenyaa horatanii kappitalistii ta’an, abba aangoo ta’anii garaa guutachaa jiru. Cubbuu hojjetaa jiru. Keessa ahaanii gangistarii of-jalaatti ijaarrachuun namoota ajjeessaa fi saamaa jiru, bara kanammoo.

    Ammallee warri baka buunee, mootummaa Oromoo ofin jechaa kallattii adda addaan amala Impaayeerii qabaachuun/fudhachuun warra nu arrabsan/ddina duraanii dhisanii Oromoomuma ficisiisaa jiru. Oromoon tarsiimoo fintooftaa jijjiiruun rakkoo kana keessa bahuu qaba.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

two × 4 =